Psalms 107:43 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami qarooni ha waan kana herege, jaalala AABBO Waaqa ta ind'umanne hubatuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeganaa eennullee yoo qaroo ta'e waan kana haa hubatuu; innillee jaalala Rabbii hin hubata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri qarooleen waan kana hubatanuu ti; jaalala bara baraa ka Mootii Waan Maraa qalbeeffatanuu ti.