Psalms 107:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani worri gaargala ufii keesati AABBO Waaqati bohe, inni gaargala suni keesaa worra baase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa rakkatan Rabbitti iyyan; Innillee rakko'oo isaan baase.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba isaan rakkinna ifii keessatti gara Mootii Waan Maraa iyyane; innille rakkinna guddaa isaanii jalaa isaan baase.