Psalms 107:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri AABBO Waaqa maro jaalala isaa ta ind'umanneetiifi waan mama ka inni worra tolchele galata deebisuu male.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbiin waan jaalala isaatiif; hujii maalale'ee ka inni ilmaan namaa maraa godheef isa haa galatoonfatanii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jaalala isaa ka bara baraatiif, waan bilbaasaa ka inni ilmaan namaatiif godheef, isaan Mootii Waan Maraa galateeffatanuu ti.