Psalms 107:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni nama d'eebu qabu d'eebu baase, ka beela qabule beela baase quubse.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni waan lubbuu dheebotte dheebuu baaseef, lubbuu beelofte waan misha'aan quubseera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni worra dheebote dheebuu baasa; worra beelotelle waan dansa'aan quussa.