Psalms 108:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nyaapa keenna nura d'owi, nu qarqaari; qarqaarsi namaa woma keesa injiru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ammallee fayyisuun namaa waan duwwaa ta'eef; diina keenna irratti mootee nuu kenni.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qarqaarsi namaa womaa waan nu'uuf hin baneef, diinota keenna akka lolluuf, ati nu qarqaar.