Psalms 108:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi Waaqi gama keenna jiraate nu inuma dabsanna; inni nyaapa keenna ira ejaanjate balleesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoo Rabbi nu gargaare hin jabaanna; Ka diina keenna luka ufii jalatti gad dhiitu isa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qarqaarsa Waaqaatiin hin injifanna; inni diinota keenna hin salphisa.