Psalms 108:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kiraariifi dibbe tiyya kaa! Anini adule lafaa kaasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kiraarri sagalee guddaa dhageessisuu fi masiinqoon ka'aa'a; anillee obboro'oon ka'aa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee kiraara guddicha, ee maseenqo'o dammaqa'a! Anille boruu hin dayyaasa.