Psalms 108:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mana isaa qulqullo keesaa, AABBO Waaqi waan jed'e, Gammada keesa anini Shekemu gargari qoode, bale Sukothile gumi tiyyaa qooda.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi mana woyyuu ufii keessaa akkana jedhe; «gammada'aa Seekemiin haada itti buusa; dhooqa Suukootiinillee hin bikka.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi addee woyyittii ifii keessaa, «Ani injifadhee, lafa, ‹Sheekem› jedhantu hin hira; dhooqa Suukootii kolbaa tiyyaaf hin qooda.