Psalms 109:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ilmaani isaa ha lafa marte woi kad'atuti, ona isiini keesati galtule ha keesa gussaniti!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoolleen isaa yaantaree mana itti galan hin qabnee fi kadhattuu haa ta'an; manuma isaanii ka diiggame keessaayyuu haa ari'aman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ijoolleen isaa daaqaa kadhattuu ti; mana diigamaa amma keessa le'anu keessaalle'ee ari'amanuu ti.