Psalms 109:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami gati isaa qabu ha waan isaa ch'ufa fud'atuti. Nami inni fuula imbeenne, ha waan inni hojate horate ch'ufa guuratuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qabeenna isaa worri liqaa isa irraa qabu maruu isa haa saamuu worri ormaa waan inni itti xaare jalaa haa fudhatanii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qabeenna isaa mara abbaan beenya'aa qabatuu ti; waan inni itti elowee dhaggate alagaan saamuu ti.