Psalms 109:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami tokoleeni isaa nahe ilmaani inni iraa due inqorqoratiini.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nama garaa laafuuf haa dhabuu, ijoolleen isaa ta abba'aa fi haadha hin qabne nama garaa isaanii laafu haa dhabanii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami isaaf nawu, yookiin ijoollee isaa ta abbaa hin qanne ka kunuunsu, tokkolle hin jiraatin.