Psalms 109:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi ha hojja ch'ufa ch'ubbu isaani qaabatu; maqa worra suni deebie nami inqaabatiini!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa maraa Rabbiin bira isaanii haa teettu; yaadannoon isaanii lafa irraa haa badu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa yennaa mara cubbuu isaanii qaabatuu ti; isaan ijjumaa lafa irraa dedhamanuu ti.