Psalms 109:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami sunini taka namaa innaane inni hiyyeesafi d'ipatafi nama qarqaarsa womatu inqamne gusse ijeese
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni waan nama mishaa hin taaneef, rakkata'aa fi dhaba'aa nama garaan isaa gadde ajjeesu'uuf ari'e; waan garaa hin laafneef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namichi hamaan worra hiyyeeyyii, worra rakkata'aa fi worra akka malee gaddeeru ari'ee ijjeese malee, isaaniif hin mararre.