Psalms 109:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni abaarsa akuma nami woya uyifatu uyifate. Abaarsi inni nama abaaru ha isaati deebie, aka bisaani nafa isaa lit'e aka d'ad'a lafe isaa seenuti!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abaarsa akka uffataatitti uffate; isiinillee akka bisaanii gara nafa isaa keessa, akka dhadha'aa lafee keessa seente.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni abaarsa akka woya'aa uffate; abaarsi akka bisaanii gara nafa isaa, akka zayiti'ii gara lafee isaa seenuu ti.