Psalms 109:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee AABBO Waaqa, nyaapa kiyya ka akasi na abaaru akasuma gaargalchi!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Rabbi! diintota tiyya ta hennaa maraa dhara akkanaa kana na irratti raawwatan akka kanatti isaan adabi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kun martinuu gatii Mootii Waan Maraa biraa worri na himatu, ka hantuu tiyya dubbatu dhaggatu teetuu ti.