Psalms 109:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo AABBO Waaqa kiyya, akuma atini kakhate na qarqaari, maro dansumma jaalala teetitiifi na baasi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Rabbi! Gooftaa'a! ati ammo maqaa keetiif jedhii naa araarami; jaalalli kee mishaa waan ta'eef na oolchi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Goottaa Mootii Waan Maraa, ati ammoo maqaa keetiif jedhii waan dansaa naa godhi; jaalala keeti ka bara baraatiin, na baasi.