Psalms 109:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini akuma gaadisa galgala dabra; akuma awaanisa bubbeeni na fuuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka gaaddisa galgalaa badu'uuf qophaayeera; akka korophiisaatitti qilleensaan oofame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani akka gaaddisa galgalaa dabaraara; akka awwaannisa muka irraa hargufanuu hargufamiisatti jira.