Psalms 109:25 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami na argu ch'ufti na koble, mata gingilfate na goyeesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani isaan biratti hin salphadhe; hennaa na argan mataa natti raasan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Diinota kiyyaaf murgoo te'e; isaan yennaa na dhagganu mataa natti raasan.