Psalms 109:27 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nyaapi kiyya, aka nami na baasu sii, ha beekhu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Harki kee akka tana taate; kanallee akka ati goote haa beekanii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Mootii Waan Maraa, wonni kun hujii harka keetii akka teete, akka ati waan kana hujje diinoti kiyya beekanuu ti.