Psalms 109:30 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini afaani kiyyaani guddo AABBO Waaqa galata deebisa. Waan inni hiyyeesa qorqorate nama isa ijeecha iti murule jalaa baaseefi, gumi ch'ufa durati isa faarsa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Afaan kiyyaan guddisee Rabbiin galatoonfadha; banii baay'ee keessatti isa galatoonfadha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Afaan kiyyaan guddisee Mootii Waan Maraa galateeffadha; kolbaa hedduu duratti isa leellisa.