Psalms 109:31 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra lubbuu isaanii ari'an jalaa isaan oolchu'uuf mirga hiyyeessaa dhaabateera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sababille harka worra du'a isaanitti mure jalaa baasiisaaf, inni midda worra rakkata'aa dhaabbatta.