Psalms 109:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri ato anini jaalad'e waaqa worraa kad'ad'ele nani morka.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Deebiin isaan jaalala kiyyaaf deebisan himanna'a; ani ammo Waaqa isaaniif kadhadha;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani isaan jaaladhulle, isaan na lolan; ani ammoo isaaniif hin daadimadha.