Psalms 109:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dubbi isaa lalaani, ha wollaala iti muraniti; kad'acha isale ha aka ch'ubbuti hereganiti!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoo mormatu'uuf seene mooyatamee haa bayuu; kadhaan isaa cubbuu isatti haa taatuu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kora mura'aa duratti yakkaamessa te'ee dhaggamuu ti; daadimati isaalle akka cubbu'uu isatti laakkowantuu ti.