Psalms 11:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi Mana isaa qulqullo keesa taa; barch'umaani isaa ka guddinna gubba jira. Inni ila ufiitini nama ch'ufa ilaale, waan worri tahu beekha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi mana woyyuu ufii keessa jira; teessoon isaa sami'i; ijji isaa nama maraa laalti; nyaarri isaa ilmaan namaa qora.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Dunkaanii Woyyittii ifii keessa jira; ol-gubba'atti barcumaa mootumma'aa ka ifii qaba. Inni ilmaan namaa ilaala; ilti isaalle isaan qorqorti.