Psalms 11:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni nama d'ugaa qajeelafi ch'ubbichale inilaala garaani isaa nama woi yaku guddo jibba.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi balcha'aa fi cubbamaa hin qora; inni worra diddaa jaalatu garuu hin jibba.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa balchoota haga hin ilaala; hamaaleyyi'ii fi worra hunnaan nama irratti ka'u ammoo hin jibba.