Psalms 11:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi ka d'ugaati, inni waan d'ugaa ka qajeela jaalata. Nami d'ugaafi qajeeluma gula deemu isaa inarga.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi waan balchaa ta'eef hujii balchaa jaalata; qajeellonni fuula isaa argan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa balchaa waan te'eef, inni hujii balchootaa hin jaalata; worri hujii balchaa huju fuula isaa hin dhagga.