Psalms 110:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya atini nyaapa kanke haatu, nami kanke ufi gabaasa. Akuma fit'eesa ganamaa, kaima kanke gaareeni kanke qulqullo irati siti d'ufa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaa ati lolaaf baatu; loltoonni kee fedhaan si ladda dhaabatan; gadaamessa ganamaatii; gaachenaa fi woyyu'uun bareeddee; lalisuu dargaggummaa keetii akka cophaatitti fudhatta.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa ati diinota keeti loltu, kolbaan teeti fedhii ifiitiin si woliin hin duulan; dargaggooti teetille akka fixeensa dayya'a boru'uu, kooba woyyittii irratti gara keeti hin dhufan.