Psalms 110:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi ya kakhate, kakhu suni guutuu male intau: inni waan jed'e, Atini haga jiru jireenna aada Melkizedeki gula qaallu taata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi, «Akka seera Malkasaadiqiititti; ati baraa haga bara baraa gada'a» jedhee kakate; Inni yaada ufii hin jijjiiru.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa, «Akkuma hayyummaa Malkiisedeqii, ati hayyuu bara baraa ti» jedhee kakateera; inni yaada ifii hin jijjiiratu.