Psalms 110:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni gosa ch'ufa wollaala iti mure, fulla iti wolhad'ani ch'ufa reefaani guuta; inni hayyoota lafa ch'ufa keesa jirtu indabsata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Banii jiddu'utti hin murteessa; mataa biyya maraa jiran caccabsee reeffa isaan taasisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni gosa biyya adda addaatitti hin mura; reeffa isaan keessa hin guuta; bulchitoota lafaa duudiille hin butucha.