Psalms 110:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyichi galaana d'aatu karaa yau keesaa bisaani d'uge, jajabaate, lubbuuni iti deebiti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bisaan dhangala'aa qarqara kara'aa jirtu irraa dhuga; kanaaf mataa ol qabata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi madda karaa cina'aa keessaa bisaan hin una; tanaaf inni mataa ifii ol hin qabata.