Psalms 111:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqaa faarsa! Anini gumi Waaqaa durati garaa kiyya ch'ufaani AABBO Waaqaa galata deebisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Halee luyaa! wol geettii worra qajeela'aa gumii isaanii keessatti garaa kiyya guutu'uun Rabbii galata dhiyeessa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootii Waan Maraa Leellisa'a! Kora worra qajeela'aatii fi wolde'a keessatti, gadhaa tokkochaan ani Mootii Waan Maraa hin saadadha!