Psalms 111:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami qalbi horachuu fed'u qaraa fiit'e AABBO Waaqa sodaachuu male. Nami gorsa isaa gula deemu ch'ufti qalbi dansa argata. Haga jiru jireenna ha isaa faarsani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbiin sodaachuun jalqaba ogumma'aati; worri ajaja isaa raawwatan hubannaa mishaa qaban; galanni isaallee baraa haga bara baraa jiraata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qarummaan jalqabaa Mootii Waan Maraa sodaatiisa; worri ajaja isaa hordofu hubantii dansaa qaban; kolbaan haga bara baraa Mootii Waan Maraa saadatu'uu malte.