Psalms 111:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti inni tolchu ch'ufti jabeennaafi guddinna isaa garsiifti; d'ugaani isaaleeni haga jiru jireenna teeti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hujiin isaa ulfinnaa fi gaachena qaba; balchummaan isaa baraa haga bara baraa jabaatee jiraata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Wonni inni huje marti ulfinnaa fi arnyaan guutanteerti; balchummaan isaalle haga bara baraa jabaattee dhaabbatti.