Psalms 111:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi huji isaa ta mama ded'u nu d'owa; inni eebaafi naasu qaba.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka hujiin isaa ka maalale'ee qaabatama'aa jiraatu godhe Rabbi arja'a; gara laafessalle'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa hujii ifii akka qaabatantu godhe; inni arja'a; mararaalle'e.