Psalms 111:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni nama isa sodaatu sagale kenne, wold'aqisa ufile hojja ch'ufa qaabata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra isa sodaatanii nyaata kenne; waadaa ufii baraa haga bara baraa hin qaabata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni worra isa sodaatuuf sagalee hin kenna; haga bara baraa gondooroo ifii hin qaabata.