Psalms 111:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti inni tolche ch'ufti waan d'uga ka d'ugeefatani; gorsi isaa ch'ufti waan nami d'ugeefate fud'achuu male.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hujiin harka isaa ka dhuga'aatii fi qajeela'a; seerri isaa maruu amanama'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hujiin harka isaa marti dhuga'aa fi haqa; seerri isaa marti addatama'a.