Psalms 111:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gorsi kunini haga jiru jireenna taha; gorsa kana d'ugaafi qajeelumani kennani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baraa haga bara baraa ka jabaate; ka dhuga'aa fi qajeellumma'aan ijaarame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Seerri isaa haga bara baraa jabaatee dhaabbatee, addatamumma'aa fi balchumma'aan hujameera.