Psalms 111:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni gumi isaa balchoomse, wold'aqisa haga jiru jireenna woliini tolfate. Inni qulqullo ammalle jabeenna qaba.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Banii ufiitii fayyinna erge; waadaa ufii baraa haga bara baraa ajaje; maqaan isaa woyyu'uu fi ka sodaatame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni kolbaa ifiitiif wodoo erge; gondooroo ifiille haga bara baraa ajaje; maqaan isaa woyyicha; ka sodaatamelle'e.