Psalms 112:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ch'ubbichi waan kana arginaani dallana; inni ilkaani qare baqe badda; abdiini isaa ya haga jiru jireenna iraa bade.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni hamaan kana argu'uun aara; ilkaan ciniinnata; huqqatee bada; hawwiin hammeeyyi'ii hin baddi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami hamaan tana dhaggee hin aara; inni ilkaan ifii qaree, hin bada; halchaan isaalle ta bu'aa hin qanne teeti.