Psalms 112:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ilmaani nama dansa lafa keesati irre horati; d'aloota isaa ch'ufa ineebisani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Fiixaan isaa lafa irratti jajjabaa ta'an; fiixaan worra qajeela'aa hin eebbifaman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sanyiin isaa lafa san keessatti worra jabaa hin te'an; dhalooti worra qajeela'aa hin eebbifanti.