Psalms 112:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri isaa woi horate dureesa tahe, innileeni haga jiru ch'ufa wohorate deebana.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qabeenninii fi durummaan mana isaa keessa ol guuta; balchummaan isaa baraa haga bara baraa jiraata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Manni isaa taajurumma'aa fi durumma'aan hin guutama; balchummaan isaaniille haga bara baraa hin jiraatti.