Psalms 112:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama dansa dukana keesaa ifsaani ifsaafi, nama namaa nahu ka eeba qabu, ka d'uga gula deemu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Arjaa, gara laafessa fi balchaa waan ta'eef; dukkana keessatti nama misha'aaf ifatu bayaaf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nama arja'aa, nama marara'aa fi, nama balcha'aafille, dukkana keessalle'etti ifi isaaf hin baya.