Psalms 112:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami dansaani haga jiru ind'ipatu; guyya ch'ufa isa qaabatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baraa haga bara baraa hulee ufiitii waan hin sochooneef; namni balchaan uduu qaabatamu jiraata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dhugumaan inni ijjumaa hin raafamu; nami balchaan haga bara baraa hin qaabatama.