Psalms 112:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni odu hamtu iti d'uftu insodaatu, d'ugefachaani isaa jabdu, inni AABBO Waaqa d'ugeefata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Oduun hamaan isa hin raasu; garaan isaa Rabbiin abdachu'uun ka jabaate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni oduu hantuu hin sodaatu; Mootii Waan Maraatitti waan addatuuf, gadhaan isaa hin mamu.