Psalms 112:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni yaada womatu inqabu, womale insodaatu. Duuba eege nyaapa isaa ka dabsatani arga.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garaan isaa jaba'a; hin sodaatu; dhuma irratti kufa diintota ufii arga.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gadhaan isaa ijjumaa hin raafamu; hin sodaatu; dhuma irratti jinnana diinota ifii hin dhagga.