Psalms 112:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni arjomaani hiyyeesa woi kenne, dansumti isaa haga jirtu inhobaatu, inni irre horate, gurra dansa argata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hiyyeeyyi'ii arjumma'aan kenne; balchummaan isaa baraa haga bara baraa jiraata; inni namoota jiddu'uttuu hin kabajjama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni arjumma'aan worra hiyyeeyyi'iif kenna; balchummaan isaa haga bara baraa jiraatti. Hunnaa fi ulfinnaan hin saadama.