Psalms 113:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqa faarsa! Isani hojattu AABBO Waaqaa maqa isaa faarsa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haale luyaa! Isin tajaajiltoonni Rabbii galatoonfadhaa'a! maqaa Rabbii jajadhaa'a!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootii Waan Maraa leellisa'a; ee tajaajiltoota Mootii Waan Maraa, Mootii Waan Maraa leellisa'a; maqaa Mootii Waan Maraa leellisa'a.