Psalms 113:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maqa isaa ha faarsani ammaafi hegerile.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ammaa haga bara baraa maqaan Rabbii haa galatoomu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammaa jalqabee haga bara baraa, maqaan Mootii Waan Maraa leellifamuu ti.