Psalms 113:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi gosa ch'ufa mohata; guddinni isaa gubbale ira jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi banii maraa caalaa kabajjama'a; ulfinni isaallee samiiiwwanii oli.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa gosa biyya adda addaa mara irratti ol aanana'a; ulfinni isaa ol-gubbaa caala.