Psalms 113:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni niiti ilmaani ind'aliini worra ufiiti qubsise ilmaani kenneefi gammachiisa. AABBO Waaqa faarsa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dubartii dhabduu mana keessa jiraachisa; ta gammadde haadha ijoolle'ee taasisa. Halee luyaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maseentittiin haadha ijoolle'ee teetee, gammadaan mana ifii keessa akka leetu hin godha; Mootii Waan Maraa leellisa'a.